
Abdi olani's funeral service
Donation protected

Abdi Olani's Funeral Service Fundrasing
Nama Isin suuraa Isaa argitan kun Abdii Olaanii Jedhama. Abdiin nama dargaggeessa hegeree ifaa qabu, akkuma maqaa isaa abdiidhaan nama barumsa isaa barataa jiru ture. Abdiin nama hawaasa isaa keessatti jaallatamaa fi hundumaa wajjin walii galu dha. Amajjii ykn January 2/2016 barattoota Oromoo biyya keessatti miidhamaa jiraniif gumaacha maallaqaa taasisuuf sagantaa Hawaasi Oromoo 2540 North Cleveland Roseville 55113 qopheesse irratti qooda Oromummaa isaa gumaachee sagantaan sun erga xumurameen booda garaa manaatti osoo deemuu balaa konkolaataan adunya kanaa irraa boqoteera.
Abdiin biyyaa ameerikaa irraa maatii kan hin qabnee yoo ta’u haraa galfii ykn karaa ilaalcha maatii isaa umurii guuturraa baraaruuf reeffasaa biyyatti erguun dirgamaa nuttii ta’eera kanaaf firaaf hiriyyaan akkasumas namoonni Abdi beektan fi kaan raakoon kuun isinitti dhagaa’ame akka nugargaarttan kabajaan isin gaafanna. Kanaaf, reeffa obboleessa keenyaa gara biyyaatti erguuf kan gargaaru akka gumaacha maallaqaa nuu gootan isin gaafanna. Yo gaafi qabaattan namootaa armaan gadii dubbisuu hin shakkinaa.
Odeefannoo dabalataaf
Tarreessaa Qannoo [phone redacted]
Odaa Abdiisaa [phone redacted]
Abdii abdiisaa [phone redacted]
Ibsa Defa [phone redacted]
The image you see is Abdii Olaani. Abdi is loving, energetic, cares for Oromo causes, and gets along with everyone. He was studying Electrical Engendering at the University of Minnesota and working part time to support his struggling siblings in Oromia. On the night of his death January 2, 2016 Abdi was support the current #OromoProtests benefit concert at 2540 North Cleveland, Roseville MN 55113. On his way home after the benefit concert in a car accident situation he was found dead. Abdi Olani does not have family members in America and close friends and relatives wished that his body be shipped to Oromia for his family. Abdi Olani friends in America along with Oromo religious insitutions and Oromo Community of Minnesota we ask all who can to contribute to Abdi Olani’s funeral expenses. Our goal is $16,000 to cover body shipment to Oromia and the burial.
We highly appreciate your contributions, for any questions please do not hesitate to contact us at the below phone numbers.
Tarreessaa Qannoo [phone redacted]
Odaa Abdiisaa [phone redacted]
Abdii abdiisaa [phone redacted]
ibsa Defa [phone redacted]
ይህ የምታዩት ወጣት አብዲ ኦላኒ ይባላል:: አብዲ በሀያዎቹ አጋማሽ ዉስጥ ያለ ወጣት ነዉ:: አብዲ የኮሌጅ ተማሪ ሲሆን ለመመ ረቅ አንድ ሴሚስተር ብቻ ነበር የቀረዉ:: ጃኗሪ 2/2016 በኢትዮጵያ ዉስጥ በመንግስት የሞቱትና የቆሰሉትን የኦሮሞ ተማሪዎችን ቤተሰብ ለመርዳት የኦሮሞ ማህበረሰብ ያዘጋጀዉን ዝግጅት ተካፍሎ እንደወጣ ወደ ቤቱ ተመልሶ አልገባም:: ዝግጅቱ ከተዘጋጀበት ራድሰን ብሉ ሆቴል ብዙም ሳይርቅ ሞቶ ሬሳዉ ተገኝቷል:: አብዲ በምን አይነት ሁኔታ እንደሞተ ፖሊስ እያጣራ ሲሆን አብዲ እዝህ ሀገር የቅርብ ዘመዶች ስለሌሉት ሬሳዉን ለቤተሰቡ ለመላክ የገንዘብ ድጋፍ እንዲያደርጉልን በአክብሮት እንጠይቃለን::
ለበለጠ መረጃ በዝህ ስልክ ሊያገኙን ይችላሉ
ታረሳ ቀኖ [phone redacted]
ኦዳ አብዲሳ [phone redacted]
አብዲ አብዲሳ [phone redacted]
Organizer and beneficiary
Ibsa Defa
Organizer
St. Paul, MN
ibsa defa
Beneficiary