
Save Karrayyu Community!
Donation protected
Yaamicha Dirmannaa!
Yaamicha hatattamaa tumsa hawaasa Oromoo Karrayyuutiif taasifame!
Sababa kirkira lafaati fi raafama gaara Fantaalletiin hawaasni horsiisee bulaa Oromoo Karrayyuu naannawa gaara Fantaallee jiraatu qe’ee fi qabeenya isarraa erga buqqa’ee ji’a tokkoo ol ta’eera. Aanaa Fantaalletti kirkirri lafaa (Earth Queke) sababa Volkaanoo riphaatiin uumamaa jiru haala naasisaa ta’een itti fufeera.
Dabalataan sababa bonaa fi hoongee hamaa nannichatti uumameen haawisichi qe’eesaarraa buqqa’uun haala hamaa keessatti argama.
Rakkoo hamaa mudate kana jalaa baraaruuf hawaasa kanaaf dirmachuun dirqama Uummata Oromoo hundaati.
Maarre Ilmaan Oromoo idila Addunyaa biyyoota garaa garaa keessa jiraattan martuu tumsa kanarratti hirmaachuun hawaasa kana hirphuun dirqama lammummaa fi Oromummaa haa ba’annu!!
Support the Karrayyu in Their Time of Need
The Karrayyu, a pastoralist Oromo community living in the Fantalle district, are facing an unimaginable crisis. A devastating earthquake, volcanic eruptions, and severe drought have forced families to flee their homes, leaving them to seek refuge in the wilderness with little to no resources. Their livestock—essential to their way of life—has been lost, and the lack of water and food has made survival even more difficult.
Now, more than ever, the Karrayyu need our support. I urge Oromos and anyone who can help to stand with them. Your contribution can provide urgent relief, help them rebuild their lives, and restore hope in the face of this hardship.
Every donation, no matter the size, makes a difference. Please donate and share this campaign to spread the word. Together, we can uplift the Karrayyu in this critical time.
Organizer
Mohammed Sekele
Organizer
Edmonton, AB