
Let’s give hope to the hopeless orphans!
Qabsoon oromoo gara adda addaatin lubbuu qaqqaalii hedduu galaafachuun beekkamaa dha. Guyyaan guyyaa khamisati, May 14/2020. Mohammed Amin magaala Harar kheessatti ganama akkuma hojiif manaa baheen humnoota mootummaatin karaarraa qabamee reebichaafi tumaa hamaadhan lubbuu isaa bifa sukhanneessa taheen ajjeesan. Akka namnilleen hin beeynef qaama isaa asiidiin gubani cicciranii naannawa magaala Baabbiletti bineensaaf gatanii waraabessi qaama isaa mataa malee guutumatti nyaate. Bifa garaa jabeessaafi sukhanneessa khanaan ilma oromoo sabboonaa kana dhabuun ilmaan oromoo bakka hundaa dallansuu cimaa keessa galchee jira.
Sababaan ajjeecha isaa Oromumma isaatifi sabbonumma cimaa qabaatu qofaafi. Sabboonummaa isaatif yeroo hedduu akka hidhamaa tureefi dinniinni yeroo garaa garaatti akka itti kennamaa ture hiriyoonni isaa ni dubbatu.
Mohammed Amin abbaa joolle lamaatifi akkasuma jollee biroo nama lama uf biratti qabee guddisa. Jaal Mohamed Amin Siraaj, nama hedduu gara laafessa, nama dhugaa irraa if duuba hin deebine, nama xiqqaa fii guddaan jaalatamu ture.
Kanarraa kan ke’e ilmaan Oromoo isa beekanii fii hiriyoonni isaa dhiiga isaa baasuufii akkasuma ilmaan isaa san jireenya isaanii akka miilan dhaabbatan godhuuf gargaarsi kun jalqabame. Addunyaa kanarra kan jirtan ilmaan oromoo oromummaan isinitti dhagahamuu fii gochaan suukanneessaa sabboonaan kun itti dhabame isin laalessu hundi waan dandeessaniin akka bira dhaabbattan kabajaan isin gaafanna.
Koree Qindeessituu
Humanitarian support for orphaned kids of MohammedAmin(Matoo)who was brutally murdered by the Ethiopian security forces.
On Thursday, May 14th, 2020, Mohammedamin was abducted by the Ethiopian government securities from his office in Harar city. He was an employee of Oromia cooperative work office of eastern Hararge province (waldaya Hojii gamtaa Oromiyaa godina Haragee bahaa). He was arrested under a pretext of ‘quarantining for suspicion of contracting COVID-19’; which turned out to be an outright lie; brutally murdered and thrown his body out in the bush around Babile town. After few days of disappearance, on Monday 18th of May, local farmers found a leftover of a human remains partially eaten by scavengers and reported the scene to the police. Later that day, the police buried a partially scavenged body without a proper investigation and consent of his family.
Mohammedamin was a brave soul. He was an outspoken critic of the government. He has never been silenced to speak out against the injustice perpetrated to the Oromo people from the successive Ethiopian regimes. Because of that, he had suffered numerous intimidation, death threats, tortures and detentions.
Mohammedamin was born in Galamso town of eastern Oromia; graduated from Jimma university. He was a family man, a father of two kids and the only breadwinner in the household.
We, friends and relatives of Mohammedamin opened this GoFundMe account to support his orphaned kids.
THANK YOU FOR YOUR GENEROSITY, GOD BLESS YOU!
https://www.bbc.com/afaanoromoo/52781511?