Help Ahmed Bosona Baalee serve our needy community
Donation protected
Aselamualeykum Warahmatulahi Wabarakatu, brothers & sisters in Islam, I am Yasin Kuri, I opened this gofundme page to help collect fund for Ahmed Bosona Baalee in order to facilitate his transformation need for his cause to serve the community in the whole country. He has been struggling for the past two years with transportation to deliver purchased goods such as food, Quran, prayer rug, clothes etc. he is a hope for lots of orphans & needy families lets keep this hope going.
We are in the blessed month of Ramadan and any good deed is doubled during this month. So please let's buy our brother a car & fulfill his transportation need in this blessed journey he's in.
Please refer to his Facebook page and see his hard work - Ahmed Bosona Baalee
contact
Yasin Kuri [phone redacted]
Osman Kuri [phone redacted]
Ahmed bosona baalee +251953688145
Aselamualeykum Warahmatulahi Wabarakatu, obbolewwan islaamaa addunyaa mararra jirtan hundaaf baga ji'a Ramadaanaatiin isin gahe jechaa, maqaan kiyya Yasin jamal Kuri jedhama, sababbiin Gofundme peejii kana ijjollee hirriyoota tiyya wajjiin banneef obbolessaa kenna Ahmad boson baalee qarqaaruufi. Akkuma beekamutti obbolessi keenna qarqaarsa malaqa warri biyya alaa itti ergan amaanaa fudhachuun yatiima fi maatii rakkataa akka qarqaaraa ture nibekkama. garabiraatiinis bakka hanqiinni Qur'aanaa jiru hanqinna san guutuu, meshalee ijaarsa masjiidaaf tajaajilan bituu fi afaa masjidaa bituun akka masjiida bay'ee qarqaare nibekama. kanaafuu kaayoo kana galmaan gahuuf obboleessi Kenna qaarqaarsa Konkolaataa meshaa qoodu kanaa ittiin fedhee bakkaa bakkaatti itti geessu akka isa barbaachisu hubanne isaanille hasoofnee akka akkaawuntii qarqaarsaa bannee isa qarqaaru irratti waaliigalle. isinis akka keyrii kana irattı hirmaattan kabajaan isin gaafanna.
Akkasumas yeroo ilmi namaa uffittummaa guddise kanatti, Ahmad bosona baalee, jiruu ufii dhiisee saba tajaajiluuf halkaniif guyyaa osoo hin jedhin qarqaarsa isaa ittii fufee jira. Sanu yeroo dhukubni koronaa biyya kenna keessa haalaan babal'ate keessatti, waan bitu hunda gejjiba umaataatiin fedhee bakkaa bakka geessuuf, hangam akka dararamaa jiru waan nu martuu argaa jirru. Kanaafuu obboleessa kenna makiinaa pickup wayii binneefi rakko kana habaafnu. jiinillee ji'a barakaatii sadaqadhaa.
Dalagaa keyrii inni asiindura dalagee laaluu yoobarbaaddan Facebook peejii isaa - Ahmed Bosona Baalee
hubanno/gaafii yooqabaattan
Yasin Kuri [phone redacted]
Osman Kuri [phone redacted]
Ahmad bosona baalee +251953688145

Organizer
Yasin Kuri
Organizer
Portland, OR