Main fundraiser photo

Artist Nafiisaa Haagargaarruu

Donation protected
Maqaan isii Guutuun Artist Nafiisaa Abdulhakim jedhamti Sochii Bara Kana Godhame kessatti Dubartii Gahee Guddaa Gumachiitee dha Ji'a 4 oliif Mana hidhaa Xollaayittii Dararaan Hedduun Erga irraa Gahe Booda Mana hidhaati Baate si'a Lammaffaa Sababa isheen O.P.D.O hin Faarsuu Jetteefi osoo dhukkubsattu Ilmoo Ofii Karaa irrattii Gattee Lubbuu isii Bararfachuufi Amma magaala kayiroo kessattii Argamati Kanaafu Namonnii Oromummaan isinittii dhagahamu hundi Akka Bira dhabbannu isin Gafannaa Galatooma
Donate

Donations 

    Donate

    Organizer

    Saliha Sami
    Organizer
    Calgary, AB

    Your easy, powerful, and trusted home for help

    • Easy

      Donate quickly and easily

    • Powerful

      Send help right to the people and causes you care about

    • Trusted

      Your donation is protected by the GoFundMe Giving Guarantee