- A
- W
- W

Tumsa Diinagdee Oromoo
0% complete
$9,750 raised of $10K
60 donations
Falmii nagaaf fi haqaa Qeerroo fi Qarreen mirga Oromoo deebisuuf godhu, Oromoon hiree isaa ofin akka murteeffatu, mirga abbaa biyyummaaf akka gonfatu, mirga dhala namaa gutu akka qabaatuuf godhu keessaa qooda fudhadhu!! Kun dirqama oromummaati!
