Waldaa amantoota Oromoo Finfinneef teessuma haa binnu!

Waldaa amantoota Oromoo Finfinneef teessuma  haa binnu! campaign photo, 1 of 6Waldaa amantoota Oromoo Finfinneef teessuma  haa binnu! campaign photo, 1 of 6
Waldaa amantoota Oromoo Finfinneef teessuma  haa binnu! campaign photo, 2 of 6

  • Profile photo of Aga Hora
  • Profile photo of Hika K Nono
  • Profile photo of Jale Nemera
152 donors
Waldaa amantoota Oromoo Finfinneef teessuma  haa binnu! campaign photo, 4 of 6
Waldaa amantoota Oromoo Finfinneef teessuma  haa binnu! campaign photo, 5 of 6
Fundraiser’s main image
0% complete

$41,505 raised of $100K

‌

Waldaa amantoota Oromoo Finfinneef teessuma haa binnu!

Waldaa amantoota Oromoo Finfinneef teessuma haa binnu!

0% complete

$41,505 raised of $100K

152 donations
Donation protected
Nagaan Waaqayyoo Isiniif haa baayyatu.

Dhiheenya kana Waldaa Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Mekaane Yesuus Itiyoophiyaa WALDAA AMANTOOTA OROMOO FINFINNEE(Waldaan Gullallee) bakka Waaqeffannaa gaarii, Gamoo miidhagaa ijaarratanii eebbisiisaniiru keessatti waaqeffachuu jalqabaniiru.

Haata’u malee gamoo akkas ija namaatti tolu kana ijaarratanii teessuma irra taa’amu jijjiirrachuu hin dandeenye. Barcumni har’a amantooti irra taa’anii waaqeffataa jiran teessuma Waldaa sana gitu miti.

Waldaan kun Waldaa baballina Sagalee Waaqayyoof of laatte qofa otuu hin taane Waldaa kanneen amanoo hin taaneefillee bakka itti baqaa turte. Waldaa Sagaleen Waaqayyoo Yeroo jalqabaaf Afaan Oromoon keessatti lallabame Waldaa kana.

Waldaan waldoota Oromoo hedduuf haadha taate kun gamoo Miidhagaa kana ijaarratanii teessuma kana gubbaa taa’anii waaqessuun isaanii waan nutti dhaga’ameef, Waaqayyo ammoo kan qaawwa kana cufuu danda’u lafa kana irraa nuun qaba waan ta’eef, Yoo Walitti dhufne qaawwa Waldaa kana cuqqaaluu dandeenya jenneetu kan tumsa maallaqa walitti qabuu kana qindeessiineef.

Barcumni tokko dollar 50 baasa. Nutis namni tokko barcuma tokko yoo bite waldaan kun barcuma gaarii Waggaa dheeraa tajaajilu qabaachuu dandeessi. Kanaaf amma waaqayyo keessa keessan kaa’e gumaachuun ijaarsa mana Waaqayyoo kana keessaa qooda fudhaa jenna.

Recently, the Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Finfinne Oromo Congregation also known as Gullallee Church, completed and dedicated a beautiful new worship building and has begun holding services there.

However, even though they built such a beautiful building, they have not yet been able to replace the seating. The chairs the believers are using today do not match the standard of the church building itself.

This church is not only devoted to spreading the Word of God, but it has also been a refuge for many people, including non believers. It is the church where the Word of God was preached in the Oromo language for the first time.

This church, which has become a mother church for many Oromo churches, built this beautiful building, yet they are still worshipping while sitting on inadequate seating. Since this burden touched our hearts, and because God has placed people among us who can help fill this need, we organized this fundraising effort believing that together we can help close this gap for the church.

One chair costs 50 dollars. If each person buys one chair, this church will be able to have quality seating that can serve for many years. Therefore, we encourage you to contribute as God puts it in your heart and take part in building the house of God.
Donate

‌
‌‌
‌
‌‌
‌
‌‌
‌
‌‌
‌
‌‌

Co-organizers5

Profile photo of Kennasa  Keno
Kennasa Keno
Organizer
Savage, MN
Abdi Fite
Co-organizer
Fayisa Terfa
Co-organizer
Tsega Tasissa
Co-organizer
Profile photo of Yohanis Hundessa
Yohanis Hundessa
Co-organizer
  • Faith
  • Donation protected

Your easy, powerful, and trusted home for help

  • Easy

    Donate quickly and easily

  • Powerful

    Send help right to the people and causes you care about

  • Trusted

    Your donation is protected by the GoFundMe Giving Guarantee