Main fundraiser photo

Kes Feyissa Tolesa

Donation protected

WAAMICHA DEEGGARSAA... === Luba Fayyisaa Tolasaa jedhamu. Waggoottaan 40 darbaniif hojii Wangeelaa, hojii Mootummaa Waaqayyoo babal'isuu keessatti of kennanii Magaalaa Ijaajjii fi naannoo isaattis bal'inaan hojjachaa turan. Tajaajila waggaa hamma kanaa keessatti gatii guddaa baasaniiru, miidhaa fi dhiibbaa baay'ee jala darbaniiru. Waldaa Kiristaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaa, Sinoodoosii GidduGaleessa Gibee keessattis, akkasumas sadarkaa sabakaa Ijaajjii fi naannoo isaattis hojii gaggeessummaa sadarkaa garagaraatiin tajaajilaa turaniiru. Barumsaa fi muuxannoo tajaajilsaanii ka'umsa godhachuudhaan kitaaba Mata Dureen isaa "Gaaffii Waldaa Kiristaanaa Irratti Ka'uu fi Deebii Isaa" jedhuun barreessanii maxxansiisaniiru. Kitaaba kan biraa maxxansiisuudhaaf qophiirra turan. Karaa miidiyaas carraa Waaqayyo isaaniif kennetti fayyadamanii karaa TV MO'AA, akkasumas karaa Raadiyoo Sagalee Misiraachoo ergaa Wangeelaa dhiyeessaa turan. Haala kanaafi kkfn tajaajilaa osoo jiranuu bara 2015tti tasuma dhibee 'Stroke' jedhamuun qabamanii ciisan. Dhukkubni kun baay'ee itti cimee, qaamasaanii guutuu sochii dhoowwe, harkii fi miillisaanii qabamee socho'uu dide. Dhukkuba kanarraa fayyuudhaaf ji'oottaan baay'eedhaaf hospitaalatti deddeebi'anii yaalamaa tura. Ammayyuu Magaalaa Finfinneetti deddeebi'uudhaan yaalamaa jiru. Maatiinsaanii waan harkaa qabu mana yaalaatti fixatan, firoottaanii fi amantootni Ijaajjiis hamma danda'an deeggarsa godhaniiru. Akkuma suuraa irratti argitan kana harkii fi miillisaanii hojjachuu didee rakkina guddaa keessa jiru, dhukkubni kun garmalee miidhee, qabeenyas harkaa fixatanii osoo hin jaalattin haala humnaa oli ta'een deeggarsa keenya barbaadu. Biyya keessaa fi biyya alaa kan jiraattan, Waaqayyo kadhachaafii, waan qabdaniin deeggarsa akka isaaniif gootan jaalala Gooftaatiin isin gaafanna. Deeggarsa gochuudhaaf lakkoofsa akkaawuntii baankii asii gadii kana fayyadamaa: Feyisa Tolessa (Rev.) CBE 1000065421511 Oromia Bank 1331898800002 Coop. Bank of Oromia 2204833 Awash Bank 01320769432200 Odeeffannoo dabalataatiif 0911796525 #Share godhaatii namoota kan biraas dhaqqabsiisaa. Eebbifamaa!

ቄስ ፈይሳ ቶለሳ ይባላሉ። ላለፉት 40 ዓመታት በወንጌል ሥራ እና የእግዚአብሔርን መንግሥት የማስፋፋት ሥራ ውስጥ በትጋት ሲሳተፉ ቆይተዋል። ለብዙ አመታት ባገለገሉት አገልግሎት ብዙ ዋጋ ከፍለዋል፣ ብዙ እንግልትና መከራ ደርሶባቸዋል። በኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ ፣ የማዕከላዊ ጊቤ ሲኖዶስ እና በሰበካ ደረጃ በኢጃጂ እና አካባቢው በተለያዩ የአመራር ቦታዎች አገልግለዋል። በትምህርት እና በአገልግሎት ልምዳቸው ያገኙትን ለህዝቡ ለማካፈል "በቤተክርስቲያን ላይ የሚነሱ ጥያቄዎች እና መልሶቻቸው" በሚል ርዕስ መጽሐፍ ጽፈው አሳትመዋል። ሌላ መጽሐፍ ለማሳተምም በዝግጅት ላይ ነበሩ። በመገናኛ ብዙኃን እግዚአብሔር የሰጣቸውን የወንጌል መልእክት በሞአ ቲቪ፣ እንዲሁም በወንጌል ሬዲዮ በማቅረብ አገልግለዋል። በ 2015 ዓ.ም ፣ በዚህ የወንጌል ሥራ እያገለገሉ ሳሉ ድንገት በ'Stroke' በሽታ ተያዙና መላ አካላቸው ፓራላይዝድ ሆነ:: ህመሙ በጣም በረታባቸው፣ መላ ሰውነታቸው ተያዘ፣ እጃቸውና እግራቸው መንቀሳቀስ አልቻለም። ከበሽታው ለመዳን በሆስፒታል ውስጥ ለወራት ሲታከሙ ቆይቷል:: አሁንም በአዲስ አበባ ህክምና እየተደረገላቸው ይገኛል። ቤተሰቦቹ ያላቸውን ገንዘብ በሆስፒታል ጨረሱ፣ የኢጃጂ ዘመዶች እና አማኞች የቻሉትን ያህል ድጋፍ አድርገውላቸዋል። አሁን የህክምናው ወጪ ከቤተሰብ አቅም በላይ ሆኖ ሳይወዱ የህዝብ ድጋፍ ፈለጉ:: በፎቶዎቹ ላይ እንደምትመለከቱት እጆቻቸውና እግሮቻቸው አገልግሎት አይሰጡም: በሰው ድጋፍ ነው መንቀሳቀስ የሚችሉት: በከፍተኛ ችግር ውስጥ ናቸው። ስለዚህ: በአገር ውስጥም ሆነ ከሀገር ውጭ ያላችሁ እንድትጸልዩላቸውና ባላችሁ ነገር በገንዘብ እንድትረዷቸው በጌታ ፍቅር እንጠይቃለን። 

በአገር ቤት ያላችሁ በዚህ የባንክ ሂሳብ ቁጥር ይጠቀሙ፡- Feyisa Tolesa (Rev.) CBE 1000065421511 Oromia Bank 1331898800002 Coop. Bank of Oromia 1000024531582 Awash Bank 01320769432200

 ለበለጠ መረጃ 0911796525 (ዳንኤል ፈይሳ: ልጃቸው ነው) ተባበሩ: ተባረኩ!
Donate

Donations 

    Donate

    Organizer

    samuel Tesfamichael
    Organizer
    Tualatin, OR

    Your easy, powerful, and trusted home for help

    • Easy

      Donate quickly and easily

    • Powerful

      Send help right to the people and causes you care about

    • Trusted

      Your donation is protected by the GoFundMe Giving Guarantee