- E
- S
Hayyuu Guddaa fi Barsiisaa Amantii Islaamaa akkasumas Imaama/Kaxiiba Masgiida Magaalaa Roobee Baalee kan ta’an Sheek SA'IID ABUUBAKAR Haa yaalchifnuu!
Sheekni Guddaan Guutummaa Ummata Godina Baalee biratti beekkumtii fi jaalala guddaa qabaachuudhaan beekkaman kun yeroo ammaatti haalli fayyaa isaanii yaaddessaa fi Hospitaalatti akka yaalamuu qaban dirqama ta’eera.
Kanaafuu Ummanni keenya Fagoo fi Dhiyoo jirtan cufti Abbaa keenna Hayyuu fi Nama guddaa kana Du’aayii fi tumsa yaala isaaniitiif barbaachisu cufaan nu bira dhaabbattanii gargaarsa keessan akka gootaniif kabajaa guddoodhaan isin gaafanna!
Koree Qindeessitiota Tumsa Sagantaa kanaa!