Main fundraiser photo

Gumaacha RSWO - Sagalee WBO

Donation protected
Jaallatamtoota sabbontota ilmaan Oromoo,

Raadiyoo Sagalee Walabummaa Oromiyya (RSWO)  baroota lamaan dabraniif, biyya keessa fi alatti sagantaasaa raabisaa jira.

Dhaaba siyaasaa tokkottillee hidhaa kan hin qabnne, RSWO raadiyoo walaba, qabsoo saba Oromoo bilisaa fi biyya Oromo walaba, sirnaa demokrasii fii haqaan bulu, deebisanii gad-dhaabuuf godhamuuf sagalee ta’ee hojjeta. Odeeffannoo Oromiyaa keessaa funaanuunis gurra Oromoo Oromiyaa fi addunyaarra jiran biraan gaha. Sagantaasaa torbanitti yeroo tokko danbalii gabaabaan (Short Wave) Oromiyaatti, torbanitti guyyaa lama (2) Internet, www.independentoromia.org, fi telefoonaan addunyaatti tamsaasa ture. Fedhiin dhaggeeffattootasaa guddachuun wal qabatee, tamsaasa duraanitti dabalataan sagantaa torbee guutuu karaa saatalayitii, telefoonaa fi interneet raadiyoon tamsaasuu eegalee jira.

Kun hundi qabeenya dinagddee akka gaafatu ni hubattu.  Hamma ammaatti, sabboontonni lakkoobisaan muraasa taane, “dadhabine, hifanne” osoo hin jenne qabeenya, beekumsa, human fi yeroo barbaachisu hunda gumaachuun raadiyoo kanaa akka itti fufa tattaafachaa jirra. Haala QBO amma keessa jirus kan akeeku sagantaa kana itti fufuu fi wayyeessuun akka barbaachisaa ta’e dha. Ha ta’u malee, akkuma yeroon dheerataa dhufeen, itti fufsiisu fi wayyeessuuf fedhiin keenya guddaa ta’ullee, harkii keenya gabaabbacahaa dhufee jira. Gargaarsa sabboontota Oromoo kanneen walabummaa Oromiyaa fi bilisummaa Oromootti amananii malee sagantaan kun sadarkaa yeroo dheeraaf itti fufuu hin dandeenye irra gahaa jira.

Kanaaf, sabboontoonni ilmaan Oromoo kaayyoo fi sagantaa RSWO raajeeffachuun nu jajjabeessaa turtan galatoomaa jechaa, gumaacha keessaniin dhihootti akka nu dhaqqabdan, firoota keessanittiis akka nuuf dhaamtan abdii guddaa qabna. Walumaagalatti, sabboontonni ilmaan oromoo akeeka RSWO hirmaattan marti diinagdeen bira dhaabachuun galma ga’iinsa akeekasaatti akka gumaachitan waamicha lammuummaa kabajaa oromummaa waliin isiniif dhiheessina.

Itti bahiinsi hawwinu, iyyaa kana irraa, $30,000.00 -kanaa baasii sagantaa kana waggota lamaan dhufaniif itti fufuu nu dandessisu -  argamsiisuu dha. Maaloo, hamma dandeessan RSWOf gumaachaa! Firoota keessanittilee ergaa kana nuuf dabarsaa!

Sagantaa Keenya www.independentoromia.org fi FB irraa Walabummaa Oromiyaa irraa dhaggeeffadhaa. Dhaamsa keessan karaa [email redacted]  nu dhaqqabsiisaa.

Koree RSWO

==============
Dear nationalist sons and daughters of the Oromo people,

Radio Voice of Independent Oromia (RVIO) has been broadcasting to Oromia and the world for the last two years.

Not affiliated with any political organization but an independent radio program, RVIO works to contribute to the achievement of the freedom of our people and the liberation and reestablishment of a democratic state of Oromia where justice reigns supreme. To that end, RVIO serves, exclusively, as a voice for Oromo forces struggling for the liberation of Oromia. It also collects news of the Oromo struggle from across Oromia and delivers them to its listeners both in Oromia and the diaspora. RVIO has been broadcasting its programs once a week to Oromia over Short Wave frequencies and twice a week over the internet - via social media and at www.indpendentorima.org – to the diaspora. In addition, it has recently begun seven (7) days a week satellite and over the phone broadcasting to Oromia and the entire world.

As you can imagine, running and sustaining such a radio program requires resources including skilled human resources, time and finances. Given the state of affairs in which we find the Oromo struggle currently, we believe the need for this radio program is becoming even more acute while the resources to produce, develop it further and sustain it are acutely lacking. To date, a few of us have borne this burden and continue to do everything we can to sustain the program. However, it has now gotten to the point where it cannot survive much longer without financial support from other Oromo sons and daughters who share its mission of contributing to the achievement of the freedom of our people and the liberation and reestablishment of a democratic Oromia. As a result, we are forced to appeal to all Oromo nationalists to contribute to its sustenance and growth.

Consequently, we call on all Oromo sons and daughters who share the objectives of this radio program to make financial contributions towards the running and sustenance of it without delay. While we are grateful to those of you, our listeners, who have contacted us to express your appreciation of quality of our programs and your support for the mission of the radio program, we ask you to now come thru with your financial contributions to keep your radio on the air.

Our goal is to raise $30,000.00 to cover RVIO expenses for the next two years. Please donate as much as you can and encourage your friends and family to pitch in as well.

Also, checkout our programs at independentoromia.org or on FB at Walabummaa Oromiyaa. You may also reach us at [email redacted].

RVIO Committee
=================================
Donate

Donations 

  • Tefera Raba
    • $100 
    • 5 yrs
Donate

Organizer and beneficiary

Walabummaa Oromiyaa
Organizer
Mount Holly, NJ
Hussen Alkidir
Beneficiary

Begin your fundraising journey

Create a fundraiser for any person, cause, or nonprofit - it's free and every cause matters.

Your easy, powerful, and trusted home for help

  • Easy

    Donate quickly and easily.

  • Powerful

    Send help right to the people and causes you care about.

  • Trusted

    Your donation is protected by the  GoFundMe Giving Guarantee.