Response to the Ongoing Drought in Borana Region

Story

0% complete

$45,335 raised of 46K

Response to the Ongoing Drought in Borana Region

The Borana region, Southern Ethiopia, is suffering from an ongoing severe drought. Despite the recent support from our Oromo brothers and sisters, other neighboring communities, individuals, and organizations, the situation is worsening due to the prolonged lack of rain. Since the drought started about eight months ago, millions of livestock have died, hundreds of children were malnourished, and human deaths have been reported recently. Therefore, thousands of families are in dire need of humanitarian assistance. Please stand again with these needy families by contributing what you can to save their lives.


Kibbaa Itoophiyaatti Ummatni Godina Booranaa  oola/ hongee hamaadhan namaa fi  horiin akka maleen miidhamaa jira. Deegarsi adda adda obboleeyyan teennaa ta oromoo, sabaaf  sablammoota,ummattoota itoophiyaa,diyaspoora fi dhaabbatoota gargaarsa ( NGO) tahullee oolan/ hongeen jabaachaa deema jira.Sababilleen yeroo dheeraf bokkaan Hin roobne. Agaa boni/hongeen jalqabee ji’a saddeetti keessati horii miliyoona tokko oli hanqina margaa fi bishaanin yo du’aan,Ijoollen kumaataman lakkawamamtuu hanqinna nyaata  irra kan ka'ee dhibee adda addattin saaxilaman jiru.  sababuma nyaata kanani wal qabate Bakka tokko tokkotti namni lubbuu dhabuun isa Ni himama.Namoonni kumaataman lakkawaman ammas qarqarasa nyaata barbadu. Ummata kana dandamachiisuf waan dandeetaniin ummata keenna bira/Cinaa haa dhaabbanuu.

Fundraising team3

Dr. Waaqo Daddacha
Organizer
Evans, GA
Halake Tuni
Team member
Liban Satu
Team member
  • Other
  • Donation protected

Your easy, powerful, and trusted home for help

  • Easy

    Donate quickly and easily

  • Powerful

    Send help right to the people and causes you care about

  • Trusted

    Your donation is protected by the GoFundMe Giving Guarantee