
Mana Barumsaa Yaadannoo Workneh Dachassa
English version is below the one in Oromo
Workneh Dachassa barsiisaa jaallatamaa fi kabajamaa ture, kan waggoota 20 oliif barnootaratii,Camden London keessatti hojjetaa ture. Barattoota fi hiriiyota isaa biratti nama ogummaa fi safuu qabu ta’ee beekkamafi jalataama ture. Dhalonissa Gudar -Malka dhagaa gidu galeesa Oromiyati.Hawiin isaa guddaa/Mlkaa dhagaatii mana barumsaa ijaaruufii ijoollee barnoota gaariin tajaajiluu turee
Ammas, waldaan gargaarsa UK keessatti galmaa’e hiriyootasatiin hundayee yadaa guddaa kana iddoon gawuf sochii godhaa jira. Mana Barumsaa Yaadannoo Workneh Dachassa ijaaruun, yaadannoo isaa bara baraan eegsisuuf akkasumas dhaloota itti aanuuf carraa barnootaa kennuuf ni hojjenna.
Deeggarsi Keessan Akka Gargaaru
Gargaarsa keessan kan itti fayyadamnu:
Ijaarsa Kutaa Barnootaa – Barattootaaf iddoo barnootaa ammayyaa fi nageenya qabu uumuuf.
Meeshaalee Barnootaa – Kitaabota, teessoo fi wantoota barnootaa barbaachisan.
Miseensummaa Ijaarsa Barbaachisaa – Mana barumsaa bara dheeraa jiraatuu danda’u ijaaruu.
Abdiin Workneh Hojii Irra Oola, Hirmaadhaa
Gumaacha keessaniin mana barumsaa qofa hin ijaarru; yaaadannoo barsiisaa kabajamaa kabajuuf akkasumas ijoollee barnoota fayya-qabeessa qabuuf carraa kennuuf ni ta’a. Baay’een hin barbaachisu – deeggarsi xiqqaanillee hojii guddaa hojjeta!
Mee gumaachaa, qoodaa fi deeggaraa! Waltaanee abdiin Workneh akka dhugoomu haa hojjennu.
Honoring a Legacy Through Education
For over two decades, Workneh Dachassa was a beloved educator in Camden, London. He was admired by both his colleagues and students for his dedication, kindness, and passion for learning. His lifelong dream was to build a school in Gudar, Central Oromia, his birthplace, to provide children with access to quality education.
In his memory, our UK-registered charity is working to turn his dream into a reality by building the Workneh Dachassa Memorial School. This school will serve as a lasting tribute to his commitment to education and ensure that future generations have the opportunities he always championed.
How Your Support Will Help:
Your generous donations will go towards:
Classroom Construction – Providing a safe and well-equipped learning environment.
School Supplies & Resources – Books, desks, and essential learning materials..
Sustainable Infrastructure – Building a long-term, self-sustaining school.
Join Us in Fulfilling Workneh’s Dream
By contributing to this cause, you are not just building a school – you are honoring an incredible educator and empowering children with education for years to come. No donation is too small, and every contribution brings us closer to making Workneh’s vision a reality.
Please donate, share, and support this meaningful cause. Together, we can build a future filled with knowledge and opportunity.
Organizer
Muluneh Oli
Organizer
England
WORKNEH DECHASA EDUCATION FOUNDATION
Beneficiary