Main fundraiser photo

Lammii koof jedhen miidhaa keessummeesse,Help me

Donation protected
Barataa "Sisay Desalegn" haa yaalsiisnu/gargaaruu!Mormii guutummaa kutaalee Oromiyaa keessatti gaggeeffama turedhaan miidhamudhaan waggoota duraanii Hospitaalaa keessatti yaalama ture.Amma abdiin inni Yaalii biyya sanadhaan qabu sadarkaa gadi aanaa irraa gahe jira. Osoo namoonni kallattii kamiidhaaniyyuu gargaarsa ogummaas tahe gama qarshiidhaan tumsa taasisne yaalsisne itti gaafatamummaa Oromummaa bahudha jedhen yaada.Sisaay dhaloota qubee keessa nama tokko.Sisaay qeerroo Oromoo abjuu abbootii keenya fi kaayyoo Oromoo dhugoomsuuf  osoo carraaqu dargaggoo miidhaa guddaa keessummeessedha.Warreen abjuu dhuunfaa isaanii qofaf osoo hin taane kana saba isaanii dhugoomsuuf dursa kennudhaan aggaamiitti osoo jiranii miidhamaan kanneen haa tumsinu! Documentary OMN irratti, mat-duree "Madaa hin qoorre" jedhun darbe daawwachudhaan eenyummaa fi maalummaa Oromummaa qeerroo kana beekuuf gahaadha.
Donate

Donations 

    Donate

    Organizer

    Eticha G. Fufa
    Organizer
    Minneapolis, MN

    Your easy, powerful, and trusted home for help

    • Easy

      Donate quickly and easily

    • Powerful

      Send help right to the people and causes you care about

    • Trusted

      Your donation is protected by the GoFundMe Giving Guarantee