Main fundraiser photo

Honoring a Dedicated Father Taken Too Soon

Donation protected
Organizers: Shileshi Washo, Genet Washo, Bushi Keto, Habtamu M Abdi & Habtamu Kabeto
Our hearts are heavy as we mourn Mr. Amare Woldesemayat Geda's tragic loss. A hardworking family man, he was taken from us with a gunshot and left to die on the street while driving for Uber at 3:30 AM on August 8, 2023.

Amare was more than a father; he was his family's rock. He worked tirelessly day and night to care for his wife and two children. His love and dedication were unwavering. In an unthinkable act of violence, Amare fell victim to a senseless crime. His family is shattered, their hearts broken. He was just trying to provide for them.

This GoFundMe campaign aims to ease the financial burden on this grieving family. Every contribution, big or small, will help cover funeral house costs here in the US, legal support, and support for his family in this difficult time as Amare was the provide for his family.

Let's honor Amare's memory by showing compassion and unity. Your support will pay tribute to a caring family man taken too soon. Please share and donate to make a real difference. Thank you for standing with us in this tough time. Your kindness will forever stay in the hearts of Amare's family, guiding them toward healing and hope.

For more information about the incident, you can read the news article here. Your kindness and generosity will forever be engraved in the hearts of Amare's family as they navigate this difficult journey toward healing and hope.

Guyyaa har’aatti obboleessi keenya Obbo Amare Woldesemayat Gedaa naamoota hin beekamneen rasaasaan dhawamee lubbuun isaa darbuu isaaf gadda ulfaataa keessa jirra. Abba ijoolle lamaa fi Nama maatii abbaa cimaan kun, Hagayya 8, 2023 sa'aatii 3:30 AM irratti hojii ‘UBER’ dhaaf konkolaataa oofaa osoo jiruu daandii irratti du’aan nurraa fudhatame. በሲያል ዋሽንግተን ነዋሪ የሆነው ወንድማችን አቶ አማረ ወልደሰማያት ገዳ በዛሬው ዕለት August 08/2023 3፡30AM ላይ UBER እየሰራ ባለበት ጊዜ ባልታወቀ ሰው በጥይት ተመቶ ህይወቱ አልፎ ፣ መኪናው ተሰርቆ እና አስክሬኑ መንገድ ላይ ተጥሎ ተገኝቷል።

በዚህ አሳዛኝ እና አስደንጋጭ ክስተት መላው ቤተሰቡ ልባችን ተሰብሯል። ወንድማችን አቶ አማረ ያለ ምርጫው ያለ ጊዜው የተወደደች ባለቤቱ ላይ 2 ልጆች ጥሎ ሄዶል:: አማረ ታታሪ፣ ቤተሰቡን የሚወድ የቤተሰብ ሰው ሆኖ ሳለ በማይገባው መልኩ UBER በስራበት ጥይት ተከፈለው::

Amareen abbaa jabaa, gorsaa nama maraa fi nama bakka namaa dhimma namaaf baasuu fi bu’uura mana isaa ture. Haadha manaa isaa fi ijoollee isaa lamaan kunuunsuuf halkanii fi guyyaa dadhabbii malee hojjeteera. Nama Jaalallii fi of kennuun isaa kan hin raafamne obboleessi kun gocha gara jabinaa hin yaadamneen miidhamuun maatiin isaa garaan isaanii cabe gadda guddaa keessa jiru.

ወንድማችን አማረ ከአባትም አባት፣ ከባልም ባል፣ ከወንድምም ወንድም፣ የሁሉ አማካሪ፤ የቤተሰቡ ዐለት ነበር። እንደዚህ ከአጠገባችን ሲለየን እስካሁን ህልም እንጂ እውን መሆኑን እንኳን ለመቀበል አቅቶናል። አማረ ያገኘውን ሰው ሁሉ መልክ፣ ፆታ፣ ዘር ሳየለይ በፈገግታ አቅፎ የሚቀበል፣ ሰው ወዳጅ መልካም እና ቅን ሰው ነበር። ባለቤቱ እና ሁለት ልጆቹን፣ ቤተሰቡን ለመንከባከብ ቀን ከሌት ደከመኝ ሰለቸኝ ሳይል የሚሰራ እና ለቤተሰቡ እና ለአላማው ቁርጠኝነት የማይናወጥ ጠንካራ ሰው ነበር።

Duulli ‘GoFundMe’ kun ba’aa maallaqaa maatii gadda keessa jiru kana salphisuuf kan akeekedha. Awwaalchi isaa biyya Itoophiyaatti waan raawwatuuf baasiin isaa guddaa ta’a. Kanaaf Gumaachi keessan guddaa fi xiqqaan hundi baasii awwaalchaa, deeggarsa adeemsa seeraa, fi deeggarsa maatii isaa yeroo rakkisaa kana keessatti ta’uuf gargaara.

በዚህ ከባድ ጊዜ ህይወቱ አላግባብ ስትቀማ በዚህ የቀሩት ቤተሰቡን በሃዘን አብረን ለመቆም ሁላችንም እንተባበር። በዚህ አስቸጋሪ ወቅት ውስጥ የሚደረጉትን የቀብር ወጪዎች፣ የህግ ድጋፍ እና ቤተሰቡን ለመርዳት ይህ የGoFundMe ዘመቻ ተዘጋጅቷል። የቀብር ስነ ስርዓቱ የሚፈፀው በኢትዮጵያ ስለሆነ ወጪውን ከፍተኛ ያደርገዋል። ማንኛውም መዋጮ ትልቅም ይሁን ትንሽ የዚህን ቤተሰብ ጫና ስለሚያቃልል አቅሞ በፈቀደ መጠን እንዲረዱንና ከጎናችን እንዲቆሙ እንጠይቃለን።

Yaadannoo Amaree mararfannaa fi tokkummaa agarsiisuudhaan haa kabajnu. Deeggarsi keessan nama maatii namaaf yaadu dafee fuudhatameef kabaja ni kenna. Ergaa kana ‘Share’ gochuu fi gumaacha gochuun jijjiirama dhugaa fiduuf hin dagatinaa. Yeroo ulfaataa kana keessatti nu gaarummaa nutti agarsiiftanii fi kadhannaa keessaniif baraan onnee maatii Amaree keessa jiraattu. Odeeffannoo dabalataa waa'ee taatee kanaa argachuuf barruu oduu taateee kanaa marsariitii tajaajila oduu armaan gadii dubbisuu dandeessu.

ስለ ክስተቱ ተጨማሪ መረጃ ለማግኘት የዜና ዘገባውን ከታች ባለው ሊንክ ማንበብ ይችላሉ። የአማረ ቤተሰቦችን እግዚአብሄር እንዲያፅናና እና እንዲያፀና በመፀለይ እንዲሁም በመጎብኘት አብራችሁን ሁኑ። ይንንንም ሼር በማድረግ ይተባበሩን። ስለምታደርጉት ቸርነት እና ስለ ፀሎታችሁ እግዚአብሄር ይባርካችሁ!



Donations 

  • Anonymous
    • $100 
    • 9 mos
  • S Bring
    • $100 
    • 9 mos
  • Anonymous
    • $100 
    • 9 mos
  • Anna Bullo Siba
    • $300 
    • 9 mos
  • Linda Schwenke
    • $20 
    • 9 mos

Fundraising team: Amare's Fundraising Team (3)

Ebneazer Yared
Organizer
Seattle, WA
Besha Keto
Beneficiary
Habtamu Kabeto
Team member
Sileshi Washo
Team member

Your easy, powerful, and trusted home for help

  • Easy

    Donate quickly and easily.

  • Powerful

    Send help right to the people and causes you care about.

  • Trusted

    Your donation is protected by the  GoFundMe Giving Guarantee.