Fundraise for TemesgenTsegaye's Medical Expenses
Donation protected
Tamasgeen Tsaggaayee Fayisaa jedhama. Namni kun jireenya nagaa otuu jiraatuu waan roorroo saba Oromoo irra gahe mormeef hidhaatti darbame.
Hidha akeessatti hiraarsaan guddaa irra gahe. Hidhaa sana cinattis yakkamee otuu mana murtiitti deddeebi'aa jiruu, gaafa manni hidhaa Qilinxoo gubate rasaasaan akka du'utti tumame; yakki suukkanneessas irratti raawwatame. Garuu, lubbuun isaa hin dabarre. Amma miilli isaa wal'aanamu malee balaa gudda akeessa jira.
Yakka Suukkaneessa Mana Hidhaa Qilinxoo Keessatti gaafa Qilinxoon gubate Qeerroo dargaggoo Oromoo Jaal Tamasgeen Tsaggaayee
irratti rawwatame kana ONN ragaadhaan deeggaree gabaasee jira. Qeerroon Qaroo Oromoo kaleessa Falmatee falmachiisa ture har'a wal'aanamee fayyuuf harka lammii eegaa jira. Eehee, lammiin Oromoo Jaal Tamasgeen Tsaggaayee yaalchisuuf humna hin dhaban. Otuu Oromoon jiruu, jaalli kun wal'aansa dhabee milli isaa irraa citee qaamaa hir'achuu hin qabu!
https://www.youtube.com/watch?v=_dEIQr18CeI&feature=youtu.be
https://www.facebook.com/seenessaa.qeerroo/videos/1248087965329430/
Ammas bakka jirruu lammiin haa dirmannuuf.
===========
Dear Friends,
Temesgen Tesfaye is a torture survival. He was deliberately exposed to live bullets at Qalliti prison and currently he needs urgent medical treatment.
I only have 10 days to raise $5,000 for Temesgen Tesfaye's Medical Expenses. If you gave $25 to my fundraiser, it would help to reach my fundraising goal. Please donate whatever amount you can.
The process is simple. Just click the link to my crowdfunding fundraiser below to get started.
https://www.gofundme.com/help-temesgen-tsegaye-feyisa&rcid=r01-154941883128-b1ddbd7e08c34256&pc=ot_co_campmgmt_w
Please share the fundraiser link with your friends and family on social media. It helps boost awareness for my fundraiser.
I assure you all the money collected will go to support this Oromo/Ethiopian hero.
I appreciate all your support! I wouldn’t be able to accomplish $5000 without your help.
With Love,
Dabessa Gemelal

Organizer
Dabessa Gemelal
Organizer
Noble Park, VIC