Main fundraiser photo

Help ONN

Tax deductible
ONN Gargaaraa!!
ONN Sagalee ummata Oromoo ti. Sagalee ummatoota cunqurfamoo ti. Kanumaafuu duulli irratti banamee jira. Cufsiisuufis yaalamaa jira. Himanni irratti banamee jira. Baatii darbe hojjettoota Sagalee Qeerroo, sagantaa ONN irratti darbu hidhanii qabeenyasaanii saaman. Waajjira ONN qaamaan dhufanii hojjettoota doorsisaniiru. Ammammoo ifaan himata irratti bananiiru.
Kanaafuu miidiyaan keessan haala rakkisaa keessa jira.


ONN media Oromoo kan dhugaa Oromoon irra jirtu saaxiluun dhageefattoota adunyaa irra jiranitti yeroo gabaabaa keessatti jaalala kana hin jedhame argamsiisan keessaa tokko. Haatahu malee roorroo Oromoo irra taree sabaa fi sablamoota irratti gahaa jiru saaxiluu irraan kan ka’e yeroo ammaan tanaa oloola bira dabree sadarkaa cufiisuu fi heeraan gaafachuu irratti sodaachifni bifoota adda addaan itti aggamamee jira.


Waan taheef Media sagalee Oromoo tahe kana aggaammii karaa hundaan irratti gaggeeffamaa jiru kana akka dura dhaabachuu dandayuuf gargaarsi keessan yoomiyyuu caalatti barbaachisaa dha. Kanaaf hamma dandeessan nu bira akka dhaabbattan isin gaafanna.
Bulchiinsa ONN


Want to join us in making a difference? We are raising money to Support Oromia News Network ONN, and any donation will help make an impact. Thanks in advance for your contribution to this cause that means so much to us.
ONN Administration
Donate

Donations 

  • Anonymous
    • $75
    • 4 yrs
  • Anonymous
    • $100
    • 5 yrs
  • Teshome Wayessa
    • $100
    • 5 yrs
  • Salhadin Abdalla
    • $100
    • 5 yrs
  • Utubaa Lammii
    • $50
    • 5 yrs
Donate

Organizer

Berhanu Kededa
Organizer
Tucker, GA
Oromia News Network ONN
Beneficiary

Your easy, powerful, and trusted home for help

  • Easy

    Donate quickly and easily

  • Powerful

    Send help right to the people and causes you care about

  • Trusted

    Our Trust & Safety team works around the clock to keep our community safe