Hi,
My name is Wako Roba from Norway and trying to help Lokke Kecha school in Siraro District in Ethiopia through charity organisation Roba utviklingsfond. The school have a shortage of classroom and benches. We have built a classroom and almost on a finishing phase. We need to buy a benches also.
Please help us that we could able to help this school.
There is no any administration fee. We appreciate your donations.
Please have a look our activities by going to our website www.robautviklingsfond.no
Thanks
Nagaa,
Wako Roba jedhama. Dhalataa Aanaa Siraaroo biyya Norway keesa maatii kiyya woliin jiraadha.
Akkuma suuraa irraa argitan sani mani barumsa kun hanqina dareetiif teesumaa qabu.
Hanqina kana furuuf daree babalataa ijaarsifnee xuumuura irra jira. Daree boodallee ijooleen tun waan irra ta'an teesuma barbaachisa.
Kanaafuu waan eegalle kana akka fixaanbaafnuuf waan qabdaniin nubira dhaabadhaa.
Bakka tips jedhu duwwaa godhaa




