Adugna Berkessa Funeral Expense

  • S
  • B
  • D
416 donors
0% complete

$57,685 raised of $60K

Adugna Berkessa Funeral Expense

Dargaggoo Addunyaa Dhufeeraa Barkeessaa nama mul'ata guddaa qabu ture. Mul'atasaa kana dhugoomsuuf imala namni kamuu deemu mara deemeera. Barata jabaa ture. Barumsa isaatiinis Civil Engineer ta'ee ittiin tajaajileera. Gara biyya Ameerikaa erga dhufees barumsa isaa itti fufuun Electrical Engineering dhaan eebbifamee, yeroo muraasa ittiin hojjeteera. Addunyaan nama haawasa isaa keessatti jaalalaa fi kabaja qabu akkasumas tajaajilaa Waldaa Kiristaanaa ture. Dhukkubi kaanserii dhiigaa isa mudate garuu mul'atasaa kanaaf carraa hin laanneef. Waggaa sadii oliif dhukkuba kaanseriin wal'aansoo erga qabee booda guyyaa gaafa 10/31/2025 imala isaa biyya lafaa xumuree gara Gooftaa isaa deemeera.

Addunyaan haadha warraa isaa Boontuu Yaadataa wajjin mucaa ilmaa tokko qabu. Yeroo ulfaataa kana keessatti akka isin maatii isaaf kadhattan akkasumas waan dandeessaniin akka cina dhaabbattan waamicha isiniif goona.

Co-organizers5

ASEFA WAKJIRA
Organizer
Lino Lakes, MN
Bontu Yadeta
Beneficiary
Abdi Fite
Co-organizer
Fayisa Terfa
Co-organizer
Kennasa Keno
Co-organizer

Your easy, powerful, and trusted home for help

  • Easy

    Donate quickly and easily

  • Powerful

    Send help right to the people and causes you care about

  • Trusted

    Your donation is protected by the GoFundMe Giving Guarantee