
Artist Kedir Mertu Medical treatment and financial support.
Donation protected
Ashamaa Harka fuune Ilmaan Oromoo
Jirra jirtuu?
Goonni yoo dhukkubsate
Wallaansa qaba.
Yoo du’ee bakka inni itti kufe garte awwaalcha qaba.
Artist Kadir Martuu’n galata gurguddaa Ummata Oromoo biraa qaba.
Nama Oromoo jaalatu,
Nama Oromoonis jaalattu.
Nama Oromoo ija takkaan laalu,
Sabboonaa fii qabsaawaa mirga Ummata Oromootiif falmatu,
Nama Oromoof jecha alaa fii nama,
fii Ilmaan isaa irraa kophaa bahee jiraatu,
Amma kunoo dhukkubsatee, gaddaa fii gadadoon ciniinnatee dhiiga tufaa halawwatee jira. Kanaaf Akkuma Obboleeysi keenya Abbaan Hiyyeeysaa Yaadataa Juneeydii siifiin jira jedhee Hamilee isaa jaare guyyaan oromoon gumaata kadiir itti galchitu arra.
Osoo inni lubbuun jiruu bira dhaabbannee jiruu isaatii fii Ilmaan isaa hirphuu qabna!
Gargaarsi kun gargaarsa iftoominaan too’atamee ,
Kaayyoo Ummanni isa jaalatu amanee gumaacheef san galma akka gahu
rabbii wajjiin amaanaa tana qulqulloominaan isiniif mirkaneessuu feena.
Baarakhallaahu fiikum!
Rabbiin fayyaa waartuu fii Umrii dheertuu isiniif haa laatu!
Namootni waa’ee gargaarsa kanaa irratti yaada qabdan akkasumaas ibsa feetan Artist Diriirsaa Elemoo, Falmata Ibro, Diimaa Labuu, Hamzaa Haajii, Birraa jamaal, Jamal godi, bilbiluun gadi fageenyaan Mirkaneeyfachuu dandeeysu.
Ashamaa Hands up, Oromo children
Are you there?
If the hero is sick
It has a treatment.
If he dies and you see where he fell, he has a grave.
Artist Kadir Martu’s big thanks to the Oromo people.
A person who loves the Oromo,
Someone you love.
A man who looks at Oromo with one eye,
A patriot and a fighter for the rights of the Oromo people,
For the sake of the Oromo, the outsider and the man,
and lives alone from his children,
Now here he is sick, bitten by grief and misery and spitting blood. Therefore, as our brother, the poor father of Yadata Juneydi, built his courage by saying that he is there for you, today is the day when the Oromo will contribute to Kadir.
We must stand by him while he is alive and share his life and his children!
This aid is transparently controlled aid ,
That the cause for which the people who love him believe and contribute will be achieved
we want to confirm this trust with Allah in purity.
Thank you, Fikum!
May Allah grant you lasting health and long life!
People who have any comments about this donation and want any explanation can call Artist Kadir Said, Dirirsa Elemo, Falmata Ibro, Dima Labu, Hamza Haji, Birra Jamal, Jamal godi, to confirm in depth.
Organizer
Diimaa Labuu
Organizer
Richmond, TX