- T
- A

Ummata Keenyaaf Haa Birmannu.
0% complete
$11,651 raised of $15K
128 donations
Ummanni keenya, oromoonni godina Baalee Kan lafaaf qabeenyasaanirraa buqqifaman, gargaarsa hatattamaa nurraa barbaadu. Akkuma asiin gaditti agartan kana, haalli isaan keessa jiran kana fakkaata, daa’imman, dubartiin ulfaa fi maangiddionni qorraaf aduu keessatti dararamaa jiru, haa birmannuufii waan dandeenyun. Galatoomaa ulfaadhaa.
