Support Oromo Artist Feyisa Furii

  • E
  • L
51 donors
0% complete

$2,875 raised of $5K

Support Oromo Artist Feyisa Furii

Donation protected
Akkuma Beekamu Wellisaan Oromoo Fayyisaa Furii Ummataa isaa Gammachiisuufi Mallaqa hedduu baase sagantaa guddaa qophessee Turee haa ta'uu malee Qaamni Hin Beekamne Sagantaa kana waan Fashaleseefi Wellisaa kun Yeroo Amma kana Hamileeni Tuqamee Meesha Hunda ittii kassaree waan jiruufi ummannii oromoo hundi wellisaa keenya kana Bira haa dhabbannuu Akkasumas qaama shira kana xaxeefi ummata keenya Gaddisiisee kanallee hamilee isaani tuquufi Fayyisaa Gargaruuni Dirqama keenya Hunda Galatooma

Organiser

Feyisa Furi
Organiser
Aurora, CO
  • Creative
  • Donation protected

Your easy, powerful and trusted home for help

  • Easy

    Donate quickly and easily

  • Powerful

    Send help directly to the people and causes you care about

  • Trusted

    Your donation is protected by the GoFundMe Giving Guarantee