Main fundraiser photo

# DIRRIBA GINDAABAA Support Fund

Donation protected

"Kan hundumituu maraachuuf jiruu an kophaa koo maraadhee jedhee #DIRIBAA " Garigaarisi isaa Obolesa kenya DIRIBAA GINDAABAA fi dhaqaa. Diribaa Gindaabaa sabonaa oromoo, dhalataa magaalaa Mandi jajabee ABO turee, Gaafa ABO n biyaa ba'uu waan samuu isaa amanisisuu hedduu itti cime kanuma irra kan ka'e samuu isaa dhabee. jaalala ABO fi abdi bilisumaa saba isaafi inni qabuu jalaa dukkanaa'ee. yeroo amma kana fakaataa garuu diribaan lubuun isaa har'a ga'eraa . kanaaf yaa OROMO Diribaa Hangaa dandenyuu yoo gargaaree lubuu isaa olifachuu dandenyaa. kootaa haniga dandenyuu haagarigaaruu # DIRIBAA Galatomaa
BENEFICIARIE OF THIS FUND IS DIRRIBAA GINDAABAA .THIS IS A MEDICAL SUPPORT GROUP. DIRRIBAA BORNE IN WAST WELLEGA MANDI HE WAS A SPECIAL FORCE(JAJABE)  OF OLF ARMY . THE LOVE AND HOPPE HE HAVE FOR THE LEBERATION OF  OROMO PEOPLE AND LOVE OF OLF AREMY FOR MORE THAN 20 YEARS  FROM DEEP STREESS HE ENDUP MENTALY ILL.
THE SUPPORT HE GOT FROM SERROUNDING COMMUNITY AND FAMILY FRIEND  HIS LIFE IS REACHED TODAY. PLEAS LET DO WHAT WE CAN TO BRING HIS LIFE BACK TO NORMAL
THANK YOU

Donate

Donations 

    Donate

    Organizer

    Faarichoo Ilma Leqaa
    Organizer
    Edmonton, AB
    • Other

    Your easy, powerful, and trusted home for help

    • Easy

      Donate quickly and easily

    • Powerful

      Send help right to the people and causes you care about

    • Trusted

      Your donation is protected by the GoFundMe Giving Guarantee