Main fundraiser photo

Hanan Elemo Qilxu Support Fund

Donation protected

Torban kana Qaanqee Show oduu gama tokkoon nama gammachiisee gama kaaniin nama gaddisiisuu dhageesisee jira.  Innis Hanan Elemo Qilxu fi Abdulkarim Elemo Qilxuu biyya Yemen keessa rakkina irra jiraachuu isaaniiti.  Gootni Oromo guddichi ilmaan qabaachuu dhagawuun nama gammachiisa.  Gama kaaniin rakkina keessa jiraachuun isaanii nama gadisiisa.  Gargaarsa barbaachisu godhuufii dhaaf koreen qindeesituu qindaawee jira.  Koreen kun waa lama irratti hojjeta.  Inni jalqabaa rakkina keessaa dandamachiisuudhaaf gargaarsa maallaqaa lammiiwwan Oromiyaa ala jiraatan irraa fuunanee biraan gawuudha.  Kan lammataa ammoo biyya nagaa hin qabne sana keessaa bahanii bakka nagaan jirachuu danda'an qubachiisuuf yaalii barbaachisu godhuu dha.  Kanaaf maaloo,  hatataman, arjoominaan ha birmannu. 

Koree Qindeesitu

(Dr. Mohammed Hassen, Dr. Solomon Ungashe, Elemo Ali, Elias Ibsa fi Damsho Ali)

 

 

Organizer

Solomon Ungashe
Organizer
Sunnyvale, CA

Inspired to help? Start a fundraiser for someone you know

Help someone you know by raising funds and getting their support started.

Your easy, powerful, and trusted home for help

  • Easy

    Donate quickly and easily.

  • Powerful

    Send help right to the people and causes you care about.

  • Trusted

    Your donation is protected by the  GoFundMe Giving Guarantee.