Main fundraiser photo

Fund for Gelasa chala for medical.

Donation protected

Fund For medical treatment for Gelasa Chala:        

   Gelasa Chala was born in West shewa zone, district of Jeldu, kolu Gelan village. He started elementary school at Shukute town and high school and preparatory school at Jeldu town named as Gojo. 
Gelesa was genius student at school. National exam for grade 8th he scored 99.99% , national exam for grade 10th he scored 4.00 points and also the national exam for higher education scores 366 out of 500. 
He got his placement at Adama science and technology university by medice school. While he was attending his education and scoring excellent as usual affected by unusual illness that his family cannot afford to treat him.

help him anyway to treat him this genius guy!

Waamicha Gargaarsaa
Barataa Galaasaa Caalaa jedhama. Godina Shawaa Lixaa Aanaa Jalduu Ganda Koluutti dhalatee guddate. Amalaa fi dandeettii addaa kan qabu Galaasaan qorumsa kutaa 10ffaa qabxii 4.00 fi Kan kutaa 12ffaa qabxii olaanaa fiduun Yuumbarsiitii Saayinsii fi Teknoloojii Adaamaatti Muummee Meedisinii/Medicine Osoo barachaa jiruuti kan dhukkuba sammuun qabame. Yeroo ammaa kana Galaasaan du'aaf jireenya gidduu jira. Maatiin isaas mana yaalaa guddaa geessanii yaalchisuuf humna isaanii ol ta'eera. Kanaaf hanga dandeenyu waan dandeenyuun mucaa kana bira haa dhaabannu isiniin jenna! Account Baankii Daldala Xoophiyaatti bahe yeroo dhiyootti isin beeksifna. Guyyaa tokko nyaata dhiifnee Galaasaa akka duuti hin nyaanne haa baraarru!
Baankiiwwanii fi lakkoofsi akkaawuntii kan kanaa gadiiti;
Baankii Daldala Xoophiyaa(CBE)....1000215117042
Maqoota kanneen keessaa tokko ykn sadan isaayyuu gargaaramuu dandeessu, Fikadu Alamu,Yosan Mosisa and Bekele Deressa(account Kana gareen waan baasaniif)
Baankii Intarnaashinaalii Oromiyaa(OIB).....659615 Maqaan: Bedada Misgana, Bersisa Gudisa, Oliyad Deresa and Taressa Abera(kunis gareedhan baasani)
Egaa Lammii koo waan qabdaniin gargaaraa!

Donations 

  • Anonymous
    • $10 
    • 7 yrs

Organizer

Mengistu Abdisa Guta
Organizer
Beltsville, MD

Inspired to help? Start a fundraiser for someone you know

Help someone you know by raising funds and getting their support started.

Your easy, powerful, and trusted home for help

  • Easy

    Donate quickly and easily.

  • Powerful

    Send help right to the people and causes you care about.

  • Trusted

    Your donation is protected by the  GoFundMe Giving Guarantee.