Main fundraiser photo

Help Kefyalew Tufa's Oromia Gospel Movement

Donation protected


Jaallatamtoota maatii Waaqayyoo, keessayyuu dhalataa Oromoo warroonni taatan, akkuma beekamu uummata keenya irratti olola fi jibbinsa amantiin wal qabatee banameen, uummanni keenya waggoota baayyeef namoota amantaa keessa of dhoksuun dhimma siyaasaa dhokataa gaggessan, warreen siyaasa durii deebisuuf abjootaniin (hawwaniin) arrabsamaa fi maqaan isaa jijjiiramaa, lafti isaa saamamaa fi maqaan magaalotaa osoo hin hafin jijjiirama goyyomfamaa jiraachuun isaa nii beekama. Kanaan wal qabatees siyaasni fi hojiin hafuuraa akka walitti hin buune jecha waaqayyon wal qabsiisuun amantaa keessa garee of dhoksee daba kana hojjatu kanneen dhugaa dubbachuun kan dura dhaabbataa jiru tajaajilaa Kaffiyaalew Tufaa kana dura mana kiraa, Tiranspoortii fi Kiraa studio kanfaluun namootni cinaa dhaabbachaa turan, amma ani Oromoodha, oromummaa koo, aadaa, afaan koo qabadhee amantaa koo calaqqisuu nan danda'a jechuu isaa irraa kan ka'e isa hubachuu dhabuurraan kan ka’e ilaalcha sanyummaan wal qabsiisuun ifatti gargaarsa gochaafii turan addaan irraa kutanii jiru.

Kanaafuu nuti sabni keenya kaffiyaalew Tufaa cina dhaabbachuun hacuuccaa maqaa amantii dahoo godhachuun aadaa, afaan, Seenaa, Oromoo xureessaa, lafa Oromoo saamaa as gahe kana xumura akka argatu gochuu keessatti qooda fudhachuun, hojii ajaa'ibsiisaa dargaggoo Kaffiyaaloon jalqabe kana akka itti fufsiifnuuf tajaajila sochoosuuf, akka tolutti Kiraa mana fi studio, akkasumas miidiyaa isaa karaa fooyya’aa ta’een akka tajaajiluuf GoFundMe kana kan banne yoo ta’u hanga dandeessan harka keessan akka gargaartan (arjoomtan) jaalala Waaqayyoon isin gaafanna.

Eebbifama.


ሁላችንም የምናውቀው ወንድማችን ከፍያለው ቱፋ ብዙዎቻችን በአገልግሎቱ እየተጠቀምንበት ያለ ወንድማችን ነው በይበልጥ በዚህን ሰዓት የኦሮሞን ህዝብ በማንቃት ፓለቲካዊ እና መንፈሳዊ ነገር እንደማይጋጭ እና በኃይማኖት ሽፋን ተንኮል የሚሰሩትን ቡድኖች ፊት ለፊት በመውጣት በመቃወም በእግዚአብሔር ቃል እያያዘ እውነትን በመናገር ይታወቃል ::

ብዙዎች ግን እንደ ዘረኛ በመቁጠር በፊት አገልግሎቱን የሚደግፉ የነበሩት በተቃውሞ ትተውታል ::

ስለዚህም እኛ የሕዝባችንን መከራ ጥያቄና መንፈሳዊ ስራ በገራ እንድንወጣው ለአገልግሎቱ መንቀሳቀሻ የቤት ኪራይ እና የስቱዲዮ ኪራይ እንዲሁም ሚድያውን በተሻለ መንገድ ያገለግልበት ዘንድ ይሄንን (Gofundme )ከፍተናል እና በምትችሉት ሁሉ ከጎኑ በመቆም የጀመረውን አገልግሎት ወደ ተሻለ ደረጃ ለማድረስ እንዲችል እናግዘው ብለን ስንጠይቅ በትልቅ ትህትና ነው::



Organizer

Fikiru M Gari
Organizer
Mountville, PA

Your easy, powerful, and trusted home for help

  • Easy

    Donate quickly and easily.

  • Powerful

    Send help right to the people and causes you care about.

  • Trusted

    Your donation is protected by the  GoFundMe Giving Guarantee.