Main fundraiser photo

Goota keenya bira ha dhaabannu!

Donation protected
Kafyaaloo Tafarraa jedhama, guyyaa lama dura mana hidhaa Qaallittii dhaa ba'e. Obboleessi keenya Kafyaaloo Tafarraa barnoota isaa Yuuniversitii waggaa sadaffaa xumuree boqonnaaf gara maatii osoo galaa jiruu rasaasaan miilla isaa rukutamee mana hidhaa gale. Erga mana hidhaa galeen booda miilla isaa isa fayyaa irraa kutan. Miilli inni rasaasaan rukutames irraa cite. Kana qofa miti, reebicha hamaa fi gudiraa hammana hin jedhamnetu irratti raawwate. Sammuu isaa fi qaama isaa guutuu tu miidhame. Hojjetatee nyaachuu hin danda'u. Namoonni akkuma isaa mana hidhaa ba'an dhibbaan lakkaa'aman gargaarsa keenya barbaaduni. Garuu kan obboleessa keenya adda. Obboleessi keenya kun gargaarsa hatattamaa barbaada... Oromoon wal malee homaa hin qabu. Kanaaf Obboleessa keenya kana waan dandeenyeen bira ha dhaabannu. Galatoomaa
Donate

Donations 

  • Endrias Sime
    • $50 
    • 6 yrs
Donate

Organizer

Habtamu Lamu
Organizer

Your easy, powerful, and trusted home for help

  • Easy

    Donate quickly and easily.

  • Powerful

    Send help right to the people and causes you care about.

  • Trusted

    Your donation is protected by the  GoFundMe Giving Guarantee.