Main fundraiser photo

Fundraise for Amnuel Wondimu

Donation protected
Dargaggoo Amaanu’el Wandimmuu Adda Babayiitti Mootummaa Itiyoophiyaatiin Ajjeefame

Haati Amaanu’el yeroo ilmi ishee ajjeefamuu dhaabattee ija isheetiin ilaalaa turte. Abbaan Amaanu’el akka miidiyaa BBC’tti dubbatanitti reeffa mucaa kootii harki isaa dudduubatti hidhamee adda babayyiittin arge jechuun dubbatan. Obboleessi isaa isaa yeroo ammaa sodaadhaan dhiphachaa akka jiru shakkii hin qabu. Reeffa mucaa isaanii illee fudhachuufillee bu’aa ba’ii hedduu keessa darbaniiru. Nutis gadda isaanii, dhiibbaa fi dararaa isaan irra gahaa jiru ilaalcha keessa galchuun haadha isa deessee fi abbaa isaa akkasumas sodaadhaan dhiphataa kan jiru obboleessa hamma humni keenya danda’u akka gargaarruuf kaka’umsa mataa kootiin akkasumas isinis akka na waliin taatanii gargaartaniif GoFundMe kana baneen jira. Hamma humni keenya danda’u gumaachuun maatii Amaanu’el Wandimmuu waliin akka jirru agarsiisuu qabna.

Sa’atii kanatti rakkoo hamtuu fi sodaa keessa jiru. Loltoota mootummaa dabalatee miidiyaaleef illee akka sagalee isaanii hin laanne dhoksaadhaan eegsisaa akka jiran dhagahaa jirra. Kanaaf maatii kanaan nuti isiniif jirra jechuun nurra jiraata. Galatoomaa


አማኑኤል ወንድሙ በአደባባይ ተገድሎዋል!

የአማኑኤል እናት ልጇ ሲገደል በወላድ አንጀቷ አይታዋለች። አባቱ ለቢቢሲ ሲናገሩ የልጄንአስክሬን እጁ ወደ ኋላ ታስሮ አደባባይ ላይ አየሁት! በማለት ተናግረዋል። ወንድምዬውበፍርሀት አሁንም እየተሰቃየ እንደሚገኝ ምንም ጥርጥር የሌለው ጉዳይ ነው :: አስከሬንእንኳን ለመውሰድ ብዙ ውጣ ውረድ ውስጥ አልፈዋል።

እኛም ይሄን ሀዘን ፤ በደል ፤ እና ስቃይ ግምት ውስጥ በማስገባት ወላጅ እናቱን እና አባቱንእንዲሁም በፍርሀት የሚሰቃየውን ወንድሙን ባለን አቅም ሁሉ  እንድናግዝ በራሴተነሳሽነት የእናንተንም አብሮነት በመተማመ  ይህንን Gofundme ከፍቻለው
አቅም ያላችሁ በሙሉ የምትችሉትን በማድረግ ከአማኑኤል ቤተሰቦች ጎን መቆማችንንልናሳያቸው ይገባል::

በአሁን ሰአት በከፍተኛ ስቃይ እና ፍርሀት ውስጥ ይገኛሉ። የመንግስት ታጣቂዎች ሳይቀሩበየቀኑ ለሚዲያ እንኳን ድምፃቸውን እንዳያሰሙ በድብቅ እያስጠበቋቸው እንደሆነእየሰማን ነው ስለዚህ ለዚህ ቤተሰብ ግን እኛ አለንላችሁ ልንላቸው ይገባል።

Fundraise for Amnuel Wondimu
The extrajudicial killing of Amnuel Wondimu by Ethiopia forces publicly at Dembi Delo in front of his mother, father and local people is very trajic. It shocked us all and it is unacceptable. More importantly  his poor family is going through emotional and physical grief and pain. They need our support.  Let’s show our love by giving what we can. 

Thank you for your generosity and giving heart

Here is the link
.https://youtu.be/zcJpPs_D_CE

Donate

Donations 

  • Kibret Gurmu
    • $50 
    • 3 yrs
  • Marga Sukessa
    • $50 
    • 3 yrs
  • Anonymous
    • $50 
    • 3 yrs
  • Anonymous
    • $50 
    • 3 yrs
  • RIHANA Tura
    • $50 
    • 3 yrs
Donate

Organizer

Abigail Eshete
Organizer
SeaTac, WA

Your easy, powerful, and trusted home for help

  • Easy

    Donate quickly and easily.

  • Powerful

    Send help right to the people and causes you care about.

  • Trusted

    Your donation is protected by the  GoFundMe Giving Guarantee.