Main fundraiser photo

BEKA'S MOTHER SUPPORT FUND

Donation protected
Beekaan bara darbe Yuuniversiitii Wallaggaadhaa Injiineringiin eebbifame.  Haadha isaatu barsiise. Digirii inni fudhate akka kan haadha isaatti ilaalama ture. Garuu dafinoo darbe mucaa akkas jaallattu kana balaa konkolaataan dhabde.  Guddaa nama gaddisiisa. Beekaaf biyyatu bo'e. Garuu , boonyee dhiisuurra haadha isaa  haguma dandeenye gargaarree jaalala keenya itti agarsiisuutu nuuf ta'a.  Kanaaf haguma dandeessan gumaachaa. Kun tokkummaadhaan waa dalaguus nu barsiisa jedheen amana. 

Waaqayyo isin haa eebbisu!!

Asaffaa Malkaa Waaqjiraa ( California,, USA)
Donate

Donations 

  • Dula Ambaras
    • $50 
    • 6 yrs
Donate

Organizer

Asefa M Wakjira
Organizer
San Anselmo, CA

Your easy, powerful, and trusted home for help

  • Easy

    Donate quickly and easily.

  • Powerful

    Send help right to the people and causes you care about.

  • Trusted

    Your donation is protected by the  GoFundMe Giving Guarantee.