Help And Save SULTAN OMER Life
Donation protected
Obboleeysi keenya SULTAN OMER jedhama NAIROBI KENYA keessatti argama yaroo ammaa kana kaleen isaa lachuu hojiin ala taatee dararaa cimaa keessatti argama Kalee isaa torbaan keessaa guyyaa tokko dhiqachuun jiraachaa jira Kalee isaa kana dhiquufiis torbaan hunda dollar USA$300 kafalaati jira Yaa lammii tiyya obboleeysa keenya kana waan dandeenyuun cinaa dhaabbannee haa gargaarruu RABBIIN obboleeysa keenya kana ammumatti nuuf haa fayyisuu GALATOOMAA.
Organizer
Alii Sufiyaan
Organizer
Fridley, MN