Main fundraiser photo

Gargaarsa artist Ibrahim Adam

Donation protected
Artistii Oromoo jaalatamaa fi Sabboonaa Oromoo kan miidhaan hedduun irra gehee jiru Artist Ibrahim Adam. Yaroo ammaa kana dhukkubaan akkasumaas waan nyaatee dhugu dhabee yeroo akkanatti rakkatu nuti keessattuu
Warri biyya alaa jirru, ni jirra jennee dubbachuun salphina. Kanaafuu yaa ilmaan Oromoo mee waan dandeenyuun bira dhaabbannee rooba keessaa manatti haa galchinu. Erga due booda waliif boohuun bu'aa hin qabu waan ta'eef jecha.
Warra waliif galee wal bira dhaabbatu nu haa godhu Jenna.
Namni dhunfatti isa qunnamuu barbaadu lakkoofsa bilbilaa kanaan arkachuu ni dandeysan.
Ibrahim Adem
251911075834
Donate

Donations 

    Donate

    Organizer

    Bedru Abdusamed Mohamed
    Organizer
    Saskatoon, SK

    Your easy, powerful, and trusted home for help

    • Easy

      Donate quickly and easily

    • Powerful

      Send help right to the people and causes you care about

    • Trusted

      Your donation is protected by the GoFundMe Giving Guarantee