Main fundraiser photo

Oromia Support Fund

Donation protected
The Collected fund shall be used for:

· Legal support for Oromo political prisoners
· Relief support for displaced individuals and victims of violence, land grab and other factors)
· Support of injured and families of those killed violence
· Advocacy and Lobbying to ensure our people’s voice is heard by the international community
· Other expenses

Natoon funaanamu kun dhimmoota asiin gadiirra oola:

· Hidhamtoota siyaasa Oromoof abokaattoo dhaabuu fi hoogantootin mootummaa nafaxanyootaa gaafatama jalaa akka hin baanee gochuuf;
· Maatii qe’eesaarraa buqqa’e itttin  hadhaadhiyyoomsuu; kanneen mirga ummatasaaniif osoo falmanii mada’aan fi qaaminsaanii hiridhifame waldhaansisuu;
· Maatii abbaan warraa irraa hidhame ykn ajjeeffame ittiin tinnisuu; kannen ooyruu fi mana irratti guban ittiin gargaaruu;
· Dararamin ummata keenyaa idil-addunyaatti biratti ilaalcha gahaa akka argatu ittiin hojjeta;
· Dhimmoota hatattamaan gargaaramu qaban addaddaarrati oolcha.

Organiser and beneficiary

Haile Hirpa
Organiser
Cary, NC
Oromia Global Forum
Beneficiary

Your easy, powerful and trusted home for help

  • Easy

    Donate quickly and easily.

  • Powerful

    Send help straight to the people and causes you care about.

  • Trusted

    Your donation is protected by the  GoFundMe Giving Guarantee.