Let's show solidarity and support

Call for solidarity and support to our people in Borena Zone:

We all know that TPLF’s paramilitary force called Liyu police has waged a war of invasion on Oromian boarders along the east, south and south east. Over a hundred people have been killed and thousands are displaced so far. Many are wounded and are now seeking medical help in health facilities in the Borena zone. While there is a legitimate and valid concern that solidarity and support endeavors should preferably be centralized to reach all parts of Oromia, the urgent need of such supports to our people on the ground and organizational limitations to undertake a centralized approach would make it clear that decentralizing the effort would be preferable and of time essence.      

 

Hence, we have created this fund raiser campaign to support people in Borena zone with the presumption that all the Oromo around the world would take opportunity to show solidarity and support to all those whose families are killed, displaced by the attack and the ones seeking medical help as we speak.   

 

Thank you!
____


Yaamicha deeggarsaa miidhamtootaaf falmattoota Godina Booranaatiif:

Weerara daangaa Oromiyaarratti karaa bahaa, kibba-bahaa akkasumas kibbaan hidhattoota Liyyuu poolisiitiin adeemsifamaa jiru ummanni kallattii cufaan falmataa akka jiru ni beekama.  Hanga ammaatitti kallattiilee sadeenin namoonni 100 oli ajjeefamanii jiru. Kumaatamoonni ammoo qa’ee isaanirraa buqqa’aniiru. Uummanni Oromoo marti waan danda’u hundaan walgula dhaabbatee obboleeyyan keenna kibba Oromiyaa Godina Booranaa kanneen weerara Kanaan dararamaa jiraniifi akkasumas gootummaa ol’anoodhaan diina falmachuutti jiraniif gargaarsa gumaachuu qabna yaada jedhuun fuula kana banuun barbaachisaa ta’eera.

 Haaluma kanaan waan dandeennu gumaachuudhaan deeggarsaa obboleeyyan keennaa qabnu agarsiisne achuumaanis kanneen weerera kanaan miidhaaf gaaga’amni jajjaboon irra ga’aa jiru gula dhaabachuu keenna akka mirkanneessinu, akka jajjabeessinus Oromoota maratti dhaammanna.     

 Horaa bulaa!

Co-spondors:

Girma Gutema
Liban Godana
Jawar Mohammed
Hamza Borana

M. Gutema is responsible to withdraw and deliver the money raised to the beneficiaries in Oromia.

Donations

 See top
  • Bizuayehu Negash 
    • $50 
    • 41 mos
  • Abduuba Daddacha 
    • $180 
    • 41 mos
  • Team Oromia Bergen 
    • $300 
    • 41 mos
  • Solomon Tadese 
    • $100 
    • 41 mos
  • Asfaw Degife 
    • $100 
    • 41 mos
See all

Organizer and beneficiary

Girma Gutema 
Organizer
Meseret Gutema 
Beneficiary
  • #1 fundraising platform

    More people start fundraisers on GoFundMe than on any other platform. Learn more

  • GoFundMe Guarantee

    In the rare case something isn’t right, we will work with you to determine if misuse occurred. Learn more

  • Expert advice, 24/7

    Contact us with your questions and we’ll answer, day or night. Learn more