Help Family of Obsa Indale

Obsaa Indale Fufaa (2003-2018), a seventh grade student of fifteen years old Oromo teenager, shot dead on February 28, 2018 in Naqamte, Western Oromia. He was shot by the TPLF led Ethiopian government security forces. Obsa's mother is poor and raised her late son selling charcoal.
The fund helps family of Obsa in Naqamte, Oromia to relieve financial stress. Please donate. I ask all people to help who are on the side of humanity and the helpless.
The Oromo people like Obsa are being hunted down and executed by the minority Tigre ethnic government of Ethiopia. It's ethnic hatred by the elite Tigre ethnic rulers from the northern part of Ethiopia against the Oromo,  Amhara,  Anuak, and others in Ethiopia.
=================
Obsaa Indaalee Fufaa (2003-2018), barataa kutaa 7 kan umuriin isaa 15, mormii Naqamteetti Guraandhala 25 bara 2018 jalqabee godhame irratti waraana Wayyaaneen karaa duubaa miila iraa rasaasaan dhawame. Obsaan mana yaalaa Naqamteetti wal'aanamee fayyuu hin dandeenye ture. Sababa kanaan gara Finfinneetti dabarfame. Finfinneettis otuu yaala hin argatiin gaafa Guraandhala 28 bara 2018 wareegame.
Abbaan Obsaa, Ob Indaalee Fufaa,  sababa Oromummaatiin hidhamee ture. Yeroo kana Haati Obsaa kasala gabaa keessatti gurgurtee mucaa kana guddifte. Amma maatiin kun gargaarsa hatattamaa ittiin gadda kana irraa bayyanatan barbaadu.
Maaloo, harka keessan bal'isatii, maatii kanaaf diramadha!
Hamtuun isin hin argatiin!!

Donations

  • Diinabas Biyyaa 
    • $100 
    • 26 mos
  • Dule Deriba 
    • $20 
    • 26 mos
  • Bijiga Gari 
    • $51 
    • 26 mos
  • Anonymous 
    • $50 
    • 26 mos
  • Adugna Yadeta 
    • $40 
    • 26 mos
See all

Organizer

Dabessa Gemelal 
Organizer
Noble Park North, VIC
  • #1 fundraising platform

    People have raised more money on GoFundMe than anywhere else. Learn more

  • GoFundMe Guarantee

    In the rare case that something isn’t right, we will refund your donation. Learn more

  • Expert advice, 24/7

    Contact us with your questions and we’ll answer, day or night. Learn more