Main fundraiser photo

Helping Mustafa Hussein's Child

Donation protected

Jaal/Musxafaa Huseen,  godina Arsii Bahaa Aanaa Ziwaay Dugdaa magaalaa Ogolchoo jedhamutti bara 1985 A. L. Htti kan dhalate
Bara 2008 ,FXG/Fincila xumura gabrummaa, Sabni Oromoo guutuu Oromiyaatti taasisee irraatti kabajaa fi jaalala saba ofiitiif qabu agarsiisuuf jecha osoo ani jiru saba kiyya na duratti Lukkeeleen woyyaanee Agaaziin lubbuu isaanii hin baastu jechuun qawwee isaa diinatti garagalchuun agaazii shanii hanga jahaa walirraatti akaayuun akkasumas kanaa olis fixuun akka danda'amu poolisoota fi humna waraanaa lammummaan Oromoo ta'aniif karaa saaqee fakkeenya ta'uun, lubbuu isaa qaalii/deebii hin qabne kennuun Godina Arsii lixaa magaalaa Ajjeetti Gurraandhala 07/06/2008A. L. Htti Oromoof woreegame! Goota bara baraan seenaan yaadatu! Yeroo gootni kun wareegamu da’imni isaa ( SEENAA MUSXAFAA) garaa hadhaa keessatti baatii 5 lakkoofsiisftee jirti. Haati manaa musxafaa aaddee SIIFAN yeroo sanatti barattuu kolleejjii taatus ifni guyyaa adiin waan itti dhaameef baruumsa ufii gad dhiiftee yaadannoo abbaa manaa isii kana osoo jaalattu dhabde da’ima isaa guddiftee seenaa abba isii barsiisuuf murteeffattee baruumsa gad dhiiftee baadiyyatti galte.

Hanga deettes maatiif daima isii diinnii hafuura kutee amma baqaan biyya ollaa jirtii.  Col. Musxafaan lubbuu isaa Oromoof kenne. Ammaa yeeron kan nuti akka ummata kanaatti maatii isaa bira dhaabannee keessattu daima isaa SEENA MUSXAFAA fi haadha mana isaa amaana nutti  ta’an. Kanaaf LAMMITU LAMMII DHAQQABAA GOOTA LUBBUU UFII DABARSEE NUUF KENNE SEENAA MUSXAFAA HAA YAALLUU HAA GUDDIFNU SEENAAN NU GAAFATA. NU GARGARAA WAL HAA GARGAARRUU GALATOOMAA!
 This fund is going towards Seena Mustafa Hussein and his wife. Over the course of last three years thousands of Oromos died and he is one of them. At the time his young wife Siifan was five months pregnant.  Mustafa is a reverred hero among the Oromo people of Ethiopia. He like thousands of Oromos died whislt defending human rights in Ethiopia in the ongoing #OromoProtests that begun in 2014 in Ambo. The  Oromo plight has been raised by international media, the UN and public personalities such as Marathon runner Feyisa Lilesa.  His death and heroic act has been reported and is widely known.  Currently his young wife has  run away from  prosecution in Ethiopia . We are responding as community and humanity to the need of this young single mother and her 8 months old baby  who are in dire need of our help.   Once the fundraiser is complete I will send the  fund  directly to Siifan through western union or any other relevant service providers.
Once again Thank you to all the donors and please keep sharing among friends and families.
Donate

Donations 

  • Dhaabaa Ergee
    • $20 
    • 7 yrs
Donate

Organizer

Siinqe Aadaa
Organizer
Melbourne VIC

Begin your fundraising journey

Create a fundraiser for any person, cause, or nonprofit - it's free and every cause matters.

Your easy, powerful, and trusted home for help

  • Easy

    Donate quickly and easily.

  • Powerful

    Send help right to the people and causes you care about.

  • Trusted

    Your donation is protected by the  GoFundMe Giving Guarantee.